MM Dooktar Abiy Buufata Xiyyaaraa Magaalaa Godee eebbisiisan
Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Buufata xiyyaaraa Magaalaa Godee eebbisiisaniiru.
Dooktar Abiy, “Buufata Xiyyaaraa Ugaaz Miiraad, Naannoo Somaalee, Magaalaa Godeetti ijaarame har’a eebbisnee hojii jalqabsiifneerra” jedhan.
Terminaalli imaltootaa fi buufanni xiyyaaraa kunis waliin ga’iinsa misoomaa haqa qabeessa ta’e mirkaneessuu fi tajaajila mijataa kennuuf kan dandeessisu ta’uu gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.