MM Dooktar Abiy Ahimad Yaadannoo Injifannoo Adwaa eebbisan
Finfinnee, Guraandhala 3, 2016 (FBC)- MInistirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirojektii Yaadannoo Injifannoo Adwaa Finfinneetti ijaarame eebbisaniiru.
Sirna eebbichaarratti Pireezidaantii FDRI Saahilawarqi Zawudee fi Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad yaadannoo gootota wareegamtootaaf sirna ilillii kaa’uu raawwataniiru.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.