Fana: At a Speed of Life!

MM Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Yuukireen waliin bilbilaan mari’atan

Finfinnee, Adoolessa 13, 2015 (FBC)- Muummeen ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Yuukireen Voloodmiir Zalaniskii waliin mari’ataniiru.

Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka ibsanitti, Pireezidaanti Zalaniskii waliin dhimmoota gamlameenii fi idil addunyaarratti mari’ataniiru.

Akkasumas Yuukireenii fi Raashiyaa gidduutti nagaa buusuuf daandilee dandeessisanirratti bilbilaan mari’achuu ibsaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.