Fana: At a Speed of Life!

MM Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Emereetota Arabaa Gamtoomanii waliin biqiltuu dhaaban

Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Emereetota Araba Gamtoomanii Sheek Mahaammad Biin Zayiid Al Naahiyaan waliin biqiltuu dhaabaniiru.

Dookta Abiy gama miidiyaa hawaasummaa isaniin akka ibsanitti, mariiwwan gamlamee taasisuun waliigalteewwan walta’iinsaa ijoo erga mallateessaniin booda pireezidaanticha waliin biqiltuu dhaabuu ibsaniiru.

“Pireezidaantii Mahaammad Biin Zayiid Al Naahiyaan waliin jijjiirama qabeenya qilleensaa karaa hunda galeessa ta’een furuuf gochaa kutannoo waloo argisiisuu Sagantaa Ashaaraa Magariisaan Biqiltuu dhabneerra” jedhan.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.