MM Dooktar Abiy Ahimad Bakka Bu’oota Godinaalee Oromiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 14, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad bakka bu’oota Godinaalee Naannoo Oromiyaa waliin Mari’ataniiru.
Mariin isaaniis haala yeroo naannichaarratti kan xiyyeeffate yoo ta’u, dhiyeenya kutaalee hawaasaa naannichaa waliin marii gaggeeffamee turerraa kan itti fufe ta’uu gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.