Fana: At a Speed of Life!

MM Dooktar Abiy Ahimad bakka bu’oota godinaalee Naannoo Amaaraa waliin mari’atan

Finfinnee, Guraandhala 11, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Bakka Bu’oota Godinaalee Naannoo Amaaraa waliin mari’ataniiru.
 
Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka ibsanitti, haala yeroo Naannoo Amaaraa ilaalchisee, hoggantoota Paartii Badhaadhinaa naannichaa waliin marii gaggeeffame hordofee bakka bu’ootaa godinaalee naannichaa hundarraa baba’an waliin dhimmoota ijoo mudachaa jiranirratti mari’ataniiru.
 
Dhimmoota hedduu dhiyaatan irratti deebii kennuun barbaachisummaa kaayyoo fi tattaaffii waloo taasisuurratti ejjennoo jiru kaasuus ibsaniiru.
 
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
 
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
 
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
 
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
 
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
 
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
 
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
 
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.