MM Abiy Preezdaant Erdoogaan waltajjii fayyadamummaa hariiroo Turkii fi biyyoota Afrikaa mirkaneessu itti fufsiisuu isaaniif galateeffatan
Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC)- Muummeen Ministira Abiy Ahimad Preezdaantiin Turkii Rajiib Xaayib Erdoogaan waltajjii fayyadamummaa hariiroo Turkii fi biyyoota Afrikaa mirkaneessuu fi tumsu itti fufsiisuu isaaniif galateeffataniiru.
Muummeen Ministira Abiy Ahimad fuula miidiya hawaasa isaaniin akka ibsaniitti, yaa’iin akka kana tumsaa misoomaaf shooraa olaanaa qaba jedhaniiru.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.