Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ityoophiyaan Shaampiyoonaa Atleetiksii mana keessaa Beelgireeditti gaggeeffameen 1ffaa ba’uu hordofee ergaa baga gammaddanii dabarsan

Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ityoophiyaan Shaampiyoonaa Atleetiksii mana keessaa Beelgireeditti gaggeeffameen 1ffaa ba’uu hordofe ergaa baga gammaddanii fuula miidiyaa hawaasa isaaniin dabarsaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.