Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad daayreektara Dhaabbata Fandii Maallaqaa idil addunyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Gurraandhala 10, 2014 (FBC)- Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad daayreektara Dhaabbata Fandii Maallaqaa idil addunyaa Kriistaalinaa Joorjiiyavaan waliin mari’ataniiru.

Marii isaaniin Ityoophiyaan hariiroo Dhaabbata Fandii Maallaqaa idil addunyaa waliin qabdu cimsuu fi adeemsa jijjiirramaa yeroo itti aanuurratti xiyyeeffataniiru.

Yaa’iin Gamtaa Awurooppaa-Gamtaa Afrikaa 6ffaan guyyaa har’a Beeljiyeem Biraaselsitti eegaleera.

Yaa’iichi har’aa fi boruu kan gaggeeffamuu yoo ta’u, hoggantoonni biyyoota miseensa gamtoota akka hirmaatan ibsameera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.