Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad yaa’ii 3ffaaTurki – Afrikaa hirmaachuuf Turki Istaanbuul galan

Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FRDI Abiy Ahimad yaa’ii 3ffaa Turki – Afrikaa irratti hirmaachuuf Turki Istaanbuul galaniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi jilli isaaniin durfamu yaa’ii 3ffaa Turki – Afrikaa irratti hirmaachuuf Turki magaalaa Istaanbuul galuu ragaa Waajjira Muummee Ministiraarra argame ni muul’isa.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad wayita magaalaa Istaanbuul ga’an simannaa hoo’aan taasiifameera.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.