Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad Preezdaantii Naajeeriyaa fi Zimbaabuwee waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Preezdaantii Naajeeriyaa Muhaammaduu Buhaariii fi kan Zimbaabuwee Eemarsan Minaangawaagaa waliin dhimmoota hariiroo waloorratti mari’ataniiru.

Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaa cinaatti hoggantoota biyyoota Afrikaa garaagaraa waliin marii bu’aa qabeessa taasiisuu ibsameera.

Biyyoota kanneen waliin tumsaa fi hariiroo qaban caalmaatti cimsuuf walii galuu isaanii Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad fuula Tiwiitarii isaaniin ibsaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.