Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad Pireezidaantii Garee Baankii Addunyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Pireezidaantii Garee Baankii Addunyaa Deviid Malpas waliin mari’atiiniiru.

Marii isaaniin hojilee fooyya’iinsa Ityoophiyaatti gaggeeffamaa jiran deeggaruurratti pireezidaanticha waliin mari’chuu miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Nageenyi deebi’uun oomishtummaa fi carraa hojii cimsuun, ajandaa ce’umsa diingdee saffisiisuuf carraa kan kennuu ta’uu kaasaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.