Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad Pireezidaanti Hasan Sheek Mahaammad waliin mari’atan

Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammad daawwannaa hojiif har’a Finfinnee dhufan simachuun waliin mari’ataniiru.

Pireezidaanti Hasan Sheek Mahaammad daawwannaa hojiif Finfinnee galuun isaanii kan yaadatamuudha.

Pireezidaantichi wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee ga’an Itti Aanaa Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraaahiin simatamaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.