MM Abiy Ahimad Paartilee Siyaasaa Sudaan waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 18, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad turtii Sudaanitti taasisaa jiraniin Paartilee Siyaasaafi Miseensota garee furmaata barbaadaa Sudaan waliin mari’atan.
Mariisaaniin, qajeeltoon Ityoophiyaa giddu seentummaarraa bilisa ta’e Ityoophiyaarra darbee warreen kaaniifis kan hojjetu ta’uu mirkaneessuun uummanniifi paartileen siyaasaa hundi rakkoolee isaaf furmaata biyya keessaa akka barbaadan jajjabeessuu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.