MM Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Xaaliyaanii Joorjiyaa Meelooniif affeerraa Irbaataa taasisan
Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Xaaliyaanii Joorjiyaa Meelooniif Masaraa mootummaa guddichaatti affeerraa Irbaataa taasisaniiru.
Affeericharrattis marij waloo taasisuu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.
Muummeen Ministiraa Xaaliyaanii Joorjiyaa Meelooniin daawwannaa hojiif har’a Finfinnee dhufuun isaanii kan yaatamuudha.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.