Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Siwiidiin waliin dhimmoota waloorratti mari’atan

Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Siwiidiin Maagdaaliinaa Andarsan waliin dhimmoota hariiroo waloo biyyoota lamaanirratti mari’ataniiru.

Yaa’ii waloo Gamtaa Afrikaa fi Awurooppaa gaggeeffamaa jiru cinaatti hariiroo waloo biyyoota lamaanii caalmaatti cimsuuf Maagdaaliinaa Andarsan walii marii gaarii taasiifneerra jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.