Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad muudama garaagaraa laatan

Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad muudama garaagaraa laataniiru.

Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad obbo Tsaggaa Arraagee Ittaanaa Komishinara Komishinii Siivil Sarvisii fi Dooktar Nigusee Mitikkuu ammoo Daayrektara olaanaa Inistiitiyuutii Hoggansa Hojii Ityoophiyaa  taasisuun muuduu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.