MM Abiy Ahimad Miseensota Mana Maree Ce’umsaa Sudaan waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Miseensota Mana Maree Ce’umsaa Sudaan waliin mari’atan.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad miseensota mana marichaa waajjira isaaniitti simachuun dhimmoota biyyoota lameniirratti mari’achuu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.