Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataaf  boru ibsaa fi deebii ni laatu

Finfinnee, Gurraandhala 14, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad guyyaa boruu Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataaf ibsaa fi deebii ni laatu.

Muummeen Ministiraa Abiy guyyaa boruu Mana Marechaatti argamuun gaaffilee fi yaadota miseensota mana marichaarraa ka’aniif deebii kan laatan ta’uu ibsameera.

Gaaffilee yeroo dhimmoota biyyaalessaa irratti ka’aniif ibsaa fi deebiiwwan Muummee Ministiraa Abiy Ahimadiin kennaman kutaan hawaasaa hundi akka hordofu manni marechaa affeeruu ragaan Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataarraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.