Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad magaalaa Walaayittaa Sooddootti Proojektoota adda addaa daawwatan

Finfinnee, Waxabajjii 10, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Naannoo Kibbaa magaalaa Walaayittaa Sooddootti Proojektoota adda addaa ijaarsarratti argaman daawwataniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad daawwannaa hojiif ganama har’aa magaalicha galuun kan yaadatamuudha.
Jilli Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad durfamu kun wayita magaalicha ga’u Preezidaanti naannoo Ummattoota Kibbaa Obbo Iristuu Yirdaaw dabalatee hoggantoota mootummaa naannichaa olaanoon simatamaniiru.
Jilli kun adeemsa Ijaarsa Proojektii Warshaa Daabboo Waajjira Giiftii Dureen gaggeeffamaa jiruu fi Ijaarsa Buufata Xiyyaaraa daawwateera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.