Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad Magaalaa Naqamtee galan

Finfinnee, Eebla 11, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Magaalaa Naqamtee galaniiru.

Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad wayita magaalaa Naqamtee galan Abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee, Abbootiin Amantaa, Hoggantoonniifi Kutaaleen hawaasaa garaagaraa simannaa ho’aa taasisuufi ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.