MM Abiy Ahimad maaddii qoodan
Finfinnee, Eebla 8, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun lammiilee harka qalleeyyiif maaddii qoodaniiru.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon ayyaanicha sababeeffachuun harka qalleeyyiif maaddii qooduu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.