MM Abiy Ahimad kantiibota magaalotaa waliin mari’atan
Finfinnee, Eebla 22, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad guyyaa har’aa kantiibota magaalota 200 olii waliin mari’achuu ibsame.
Waltajjicharratti pireezidaantonni naannolees argamuu ibsameera.
Waltajjichi gahee kantiibonni magaalota badhaadhan uumuuf qaban irratti kan xiyyeeffate ta’uu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.