Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad Indaastirii Baankii guddisuuf gumaacha taasiisaniif badhaasa idil addunyaa badhaafaman

Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Indaastirii damee Baankii guddisuuf gumaacha taasiisaniif badhaasa hoggantoota Faayinaansii Islaamummaa idil addunyaa badhaafamaniiru.

Hojii damee Baankii beeksiisuuf hojjetaniin badhaasni kun laatamuufi Jibuutiitti Ambaasaaddar Ityoophiyaa Birihaanuu Tsaggaayeen fuula Tiwitarii isaaniin ibsaniiru.

Riifoormii bal’aa Ityoophiyaan damee faayinaansiitiin adeemsifte sadarkaa idil-addunyaatti beekamtii argataa jira. Akka biyyaatti damicha hammataa taasisuuf boqonnaawwan adeemneef badhaasa kana fudhachuukoof kabajatu natti dhagahama jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.