MM Abiy Ahimad hoggantoota humnoota Sudaan waliin mari’atan
Finfinnee, Eebla 20, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ajajaa Olaanaa Waraana Sudaan Jeneraal Abdulfattaahi Alburhaaniifi Ajajaa Olaanaa Humna Addaa Sudaan Mohaammad Hamdaan Daagaaloo waliin bilbilaan mari’ataniiru.
Mariisaaniin, hoggantoonni lameen garaagarummaa isaanii mariin akka furaniifi haala biyyasaaniif tasgabbii fiduu danda’anirratti mari’ataniiru.
Uummata Sudaaniif nagaan kan barbaachisu ta’uus ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin ibsaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.