Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad hawaasa addunyaa har’a Ayyaana Qillee kabajaniif ergaa baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Mudde 16, 2015(FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hawaasa addunyaa har’a Ayyaana Qillee kabajaniif ergaa baga geessanii dabarsan.

Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ergaa dabarsaniin michuuwwan Ityoophiyaa addunyaarratti argaman, diyaaspooraa fi hawaasa addunyaa maraan Ayyaana Qillee gaarii akka ta’u hawwaniiru.

Guyyaa har’a Ayyaanni Qillee Biyyoota Addunyaa garaagaraatti kabajamaa jira.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.