Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad harka qalleeyyiif kennaa ayyaanaa laatan

Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ayyaana bara haaraa sababeeffachuun maanguddoota harka qalleeyyiif kennaa ayyaanaa arjoomaniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Mana maanguddoota deeggarsaa hin qamnee, qaama miidhamtootaa fi harka qalleeyyitti qaamaan argamuun kennee ayyaanaa laataniiru.
Zayita nyaataa, Hoolaa, Daakuu fi Qullubbii ayyaana ittiin oolan arjoomaniiru.
Akkasumas ergaa baga geessanii fi hawwii gaarii bara haaraa dabarsaniiru.
Alaazaar Taaddalaatu gabaase.
Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.