MM Abiy Ahimad Godina Geedi’ootti sagantaa Ashaaraa Magariisaa eegalchiisan
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon sagantaa Ashaaraa Magariisaa boqonnaa 2ffaa Godina Geedi’ootti eegalchiisaniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadi,Ummanni Godina Geedi’oo naannoo isaa magaariisa taasisuuf hojiilee hojjetaa jiru dinqisiifataniiru.
Aadaa Nageenya eegsisuu qaban kanneen biroof akka qoodan gaafataniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.