MM Abiy Ahimad ergaa baga bara haaraa 2022 geessanii dabarsan
Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ergaa baga geessanii bara haaraa Faranjootaa 2022 dabarsaniiru.
Michuuwwan Ityoophiyaa fi Ityoophiyaanoonni guutuu addunyaarra jiraattan hundi baga bara haaraa Faranjootaa 2022 nagaan geessaan jiechuun fuula Tiwiitarii isaaniin ergaa dabarsaniiru.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.