MM Abiy Ahimad deeggarsa Siwiidiin imala jijjiirama Ityoophiyaaf taasiftuuf galateeffatan
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad deeggarsa Siwiidiin imala jijjiirama Ityoophiyaaf taasiftuuf galateeffataniiru.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniitiin dabarsaniin, Muummee Ministiraa Siwiidiin Isteefen Loovan waliin dhimmoota faayidaa waloo biyyoota lameenii fi naannoo irratti gama bilbilaan marii bu’a qabeessa taasisuu ibsaniiru.
Deeggarsa Siwiidiin imala jijjiirama Ityoophiyaaf taasiftuu galateeffataniiru.
Naannoo keessaan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.