Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Jibuutii seenan

Finfinnee, Waxabajjii 3, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa Abiy Ahmad daawwannaa hojiif Jibuutii seenaniiru.
Muummeen Ministiraa Abiy turtii isaanii Soomaaliyaa xumurun Jibuutuu oggaa seenan Preezdaantii biyyattii Ismaa’eel Omaar Geelleetiin simatamaniiru.
Turtii isaanii Jibuutii kanaanis hariiroo gam lameenii Ityoophiyaa fi Jibuutii akkasumas dhimmoota naannawichaarratti ni mari’atu eegama.
Alaazaar Taaddalaatu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.