MM Abiy Ahimad Barattootaa fi Barsiisota oomisha walitti qaban dinqisiifatan
Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad barattootaa fi barsiisota oomisha maatii duultootaa walitti qaban dinqisiifataniiru.
Barattoota fi barsiisoota manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa iddoolee garaagaraatti oomisha qonnaan bultoota adda waraanaatti duulanii walitti qabaa jiran dinqisiifataniiru.
Gufuuwwan nu quunnaman tokkummaan dandamachuun akka biyyatti itti fufna jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad fuula Tiwiitarii isaaniin.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.