MM Abiy Ahimad bara haaraa sababeeffachuun hawaasa idil addunyaaf ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Mudde 23, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad bara haaraa 2023 sababeeffachuun hawaasa idil addunyaaf ergaa hawwii gaarii dabarsaniiru.
Barri haaraan kun hawaasa idil addunyaaf nageenya waaraa fi tasgabbii itti fufiinsa qabu akka fidu fuula Tiwiitarii isaaniin hawwii gaarii qaban hawwaniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.