MM Abiy Ahimad bara haaraa Chaayinaa sababeeffachuun Mootummaa Chaayinaaf ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan
Finfinnee, Amajjii 14, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad bara haaraa Chaayinaa sababeeffachuun Mootummaafi Uummata Chaayinaaf ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Chaayinaan guyyaa har’aa wag gaa haaraashee taateewwan garaagaraan kabajaa jirti.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.