Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad bakka buutoota miseensota diyaaspooraa waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad bakka buutoota miseensota diyaaspooraa waamicha biyyaa fudhachuun gara biyyaa galan waliin mari’ataniiru.

Marii isaaniin dhimmoota hedduurratti mari’achuu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni muul’isa.

Lammiileen Ityoophiyaa, dhalattoonnii fi michuuwwan biyyattii hedduun waamicha gara biyyaa galaa fudhachuun gara Ityoophiyaa dhufuun kan yaadatamuudha.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.