Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad Ayyaana Fiichee Cambalaalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ayyaana Fiichee Cambalaalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Ayyaanni bara haaraa Uummata Sidaamaa Fiichee Cambalaalaan sirna hoo’aan kabajamaa jira jedhame.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.