Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad aangorraa kaasuun yaalii mootummaa ce’umsaa hundeessuuf taasiifamu nan morma – Kaaren Baas

Finfinnee, Sadaasa 12, 2014 (FBC) – Maree siyaasaanis ta’ee humna waraanaan Muummee Ministiraa DRI Abiy Ahimad aangorraa kaasuun yaalii mootummaa ce’umsaa hundeessuuf taasiifamu kan morman ta’uu Miseensi Koongirasii Ameerikaa Kaaren Baas ibsaniiru.

Sodachisoo garee shororkeessaa ABUT fi Shanee dabalatee humnoota mormitootaa biroon taasiifamaa jiru kan hin fudhanne ta’uu Fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Bulchiinsa Ityoophiyaa fi tokkummaa isheeraatti aggaammiin adeemsiifamaa jiru waraanaan furmaata hin argatu jechuun ibsaniiru.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.