Fana: At a Speed of Life!

Misoomni Koriidarii Daandii Boolee haala guddina Diinagdee fi qulqullina Misoomaa Magaalaa Finfinnee madaaluun hojjetameera – WMM

Finfinnee, Adoolessa 26, 2016 (FBC) – Baatii muraasa keessatti Misoomni Koriidarii Daandii Boolee haala guddina Diinagdee fi qulqullina Misoomaa Magaalaa Finfinnee madaaluun hojjetamaa turuu Waajjirri Ministira Muummee FDRI ibseera.

Misoomni Koriidarii Riqicha Boolee hanga Addabaabayii Masqalaatti hojjetame kanneen armaan gadii kan of keessatti hammatteedha.

* Misoomaa Daandii Kiiloo Meetira 4.3,

* Daandii Lafoo Kiiloo Meetiraa 10,

* Daandii Biskileettii Kiiloo Meetira 13.2,

* Uwwisa Giraanaayitii fi Baasaaltii Kaaree Meetira kuma 30 fi 160,

* Bakka Dhaabbii Awutoobisii fi Taaksii 30,

* Iddoolee Paarkiingii Konkolaattootaa 10,

* Bakka Aara Galfii f Paarkii Ummataa xixiqqaa 10 ol,

* Gamoowwan Daandii cinaa 500 ta’aniif haaromsii fi suphaan taasiifameef.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.