Fana: At a Speed of Life!

Miseensoonni miilisha fi Humni addaa Tigraay carraa mootumman sa’aa 72  laatee eeguun harka laataa jiru

Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Miseensoonni miilisha fi Humni addaa naannoo Tigraay carraa mootumman sa’aa 72  laatee eeguun harka laachaa jiraachuu Qulqulleessi Ragaa Odeeffannoo labsii yeroo ariifachiisaa beeksise.

Naannoo Affaarin namoonni hedduun harka laachaa kan jiran yoo ta’u humni Maayi Tsabriitti adda cituun hafee harkaasa karaa nagaan laachaa jiraachuun himameera.

Waamicha mootummaan dhiyyeesse dhaga’uun miseensonni milishaa fi humna addaa naannoo Tigraayi harka laachaa kan jiran ummatasaanif yaadusaanif mootummaan galata dhiyyeessa.

Dhiibbaa Juuntaa keessa ta’uun harkaa kennachuu kan hin dandeenye martu bakkuma jirtanitti hidhannoo keessan hikkattaniifi Juuntaan akka isiinitti hin fayyadamnef, Raayyaan Ittisa Biyyaa hanga isaanif qaqqabuutti obsaan akka eeggattan ibsameera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
 
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.