Miseensoonni diyaaspooraa oomishaalee qonnaan bulaa ga’aan walitti qaban
Finfinnee, Muddee 30, 2014 (FBC)-Dhalattoonni Ityoophiyaa fi Ityoophiyaanoonni Diysaapooraa Kutaa Magaalaa Lammii Kuraa aanaa 02 iddoo Shoobee jedhamutti argamuun oomishaalee qonnaa waliitti qabaniiru.
Itti gaafatamaan waajjira Paartii Badhaadhinaa Kutaa magaalaa Lammii Kuraa obbo Asaffaa Tolaan, hojii diyaaspooraa hojjetan boonsaa ta’uu himaniiru.
Yeroo itti aanuuttis manneen harka qalleeyyii haaromsuu, iddoowwan waraanaan miidhamaan deeggaru ni hojjetama himuu ragaan kominikeeshinii magaalichaarra argamee ni muul’dhisa.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.