Fana: At a Speed of Life!

Miseensoonni diyaaspooraa naannoo Affaar aanaa Cifraatti lammiilee waraanaa miidhaman daawwatan

Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC)- Miseensoonni diyaaspooraa naannoo Affaar aanaa Cifraatti lammiilee waraanaa miidhaman daawwataniiru.

Gareen shororkeessaa ABUT naannoo Affaar seenuun Miilleen to’achuu wayita yaaleetti lammiilee buqqa’an daawwataniiru.

Diyaaspoora kunneen wanta arganitti hedduu gadduu ibsuu fi gareen shororkeessaa ABUT biyyatti diiguu gochaa badii raawwateera jedhan.

Haala buqqatoonni irra jiran kan daawwatan diyaasporoonni kunneen hojii deebisanii dhaabuu hedduu akka barbaachisuu hubachuu himaniiru.

Habtamuu Taklasillaaseetu gabaase

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.