Fana: At a Speed of Life!

Miseensonni Raayyaa Ittisaa guyyaa Alaabaa kabajan

Finfinnee, Onkololeessa 7, 2015 (FBC) – Miseensonni Raayyaa Ittisaa guyyaa Alaabaa 15ffaa Mooraa Raayyaa Ittisaa waliigalaatti kabajaniiru.

Sirna kanarratti Ministir Deetaa Ministeera Raayyaa Ittisaa Aadde Maartaa Liiwiijjii dabalatee qondaaltoonni olaanoo Raayyaa Ittisaa biroon argamaniiru.

Wareegame abbootiin Alaabaan Ityoophiyaa ol ka’ee mirmirsaa turuu Ministeera Raayyaa Ittisaatti Itti gaafatamaan Qajeelcha Olaanaa Barnootaa fi Leenjii Leetanaan Jeneraal Yimar Makonniin ibsaniiru.

Dhaloonni ammaas daangaa biyyaa kabachiisuun hojii boonsaa hojjechuu isaanii dubbataniiru.

Yeroo itti aanus wareegama kamiiyyuu kaffaluuf Raayyaan Ittisaa qophii ta’uu dubbachuu isaanii TOI gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.