Fana: At a Speed of Life!

Miseensonni Raayyaa Ittisaa dirqamarra jiran kutaalee hawaasaaf oomisha walitti qaban

Finfinnee, Mudde 11, 2015 (FBC) – Miseensonni Raayyaa Ittisaa kutaan waraanaa 22ffaan naannawaa dirqamarra jiranitti kutaalee hawaasaaf oomisha walitti qaban.

Duudhaa dhaabbatichaa ummataa fi biyyaaf dursa laachuu jedhu qabachuun minseensonni Raayyaa Ittisaa maallaqaa fi humnaan hawaasa tajaajilaa jiraachuu dursaan garee ijaarsa xinsammuu kutaa waraanichaa Kumalaa Addisuu Alamaayyoon ibsaniirui.

Raayyichi ergama itti laatame cinaatti oomisha hawaasa humna hin qabnee walitti qabuun ummattummaa isaa qabatamaan agarsiisuu eeraniiru.

Kutaaleen hawaasaa deeggarsi taasiifameefis miseensota raayyichaa galateeffachuu ragaan Ministeera Raayyaa Ittisaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.