Fana: At a Speed of Life!

Miseensonni raayyaa ittisaa biyyoota Afrikaarra walitti babba’aan Ityoophiyaatti leenjii fudhataa jiru

Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) –Dhaabbanni leenjii nageenya kabachiisuu idil addunyaa Ityoophiyaa miseensoota raayyaa ittisa biyya biyyoota Afrikaa garaagaraarra walitti babba’aaniif dhimmoota  dursanii walitii bu’iinsa ittisuuf dandeessisaarratti leenjii laataafi jira.

Leenjiicha miseensoota raayyaa ittisa Ityoophiyaa dabalatee Buruundii, Ugaandaa fi Somaaliyaarra walitti babba’aan hirmaata jiru.

Leenjichis hayyoota waraanaa Jaappaanii fi Ityoophiyaarra walitti babba’aanii laatamaa jiraachuu ragaan raayyaa ittisa biyyarra argame ni muuldhisa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.