Fana: At a Speed of Life!

Miseensonni MMBBU misoomaa kooridaarii Finfinnee daawwatan

Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC)-Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa misooma kooridaarii Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jiran daawwataniiru.

Daawwannicharratti Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen miseensota mana marichaaf ibsa taasisaniiru.

Misoomni kooridarii Magalattiitti gaggeeffamaa jiru Finfinnee akka maqaa ishee miidhagduu taasisuuf kan kaayyeffate ta’uu ibsuu ragaan mana marichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.