Fana: At a Speed of Life!

Miseensonni koricha sagantaa ‘Limaat Turrufaatii’ dubartoota biyyaalessaa eegalchiisan

Finfinnee, Sadaasa 8, 2015 (FBC) – Miseensonni koree hojii raawwachiiftuu Liigii Dubartootaa Paartii Badhaadhinaa sagantaa ‘Limaat Turrufaatii’ dubartoota biyyaalessaa namoota miiliyoona 5 hirmaachisu Magaalaa Bushooftuutti eegalchiisaniiru.

Sagantichi mata duree ‘ nyaata madaallawaa nan nyaadha hunda Boroo kootti nin oomisha’ jedhuun eegalamuu Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa Aadde Caaltuu Saaniin beeksisaniiru.

Sagantichaan dubartoonni qonna magaalaa, horsiisaa loonii fi dameewwan hojii garaagaraan bu’aa gaarii galmeessan iddoolee hojii daawwachuun walharkaa fuudhinsa taasiisuu eeraniiru.

Dhimmi ijoon wabii nyaataa mirkaneessuu, hiyyummaa fi diinagdee duubatti hafummaa dandamatu ijaaruu fi nyaata dhuunfarra darbuun biyyoota ollaaf qooduu ta’uu dubbataniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.