Fana: At a Speed of Life!

Miseensonni Koricha dhaabii Qajelcha Waliigalaa Humna Galaanaa daawwatan

Finfinnee, Amajjii 1, 2016 (FBC)- Miseensonni Koree Dhaabbii Dhimmoota Hariiroo Alaa fi Nageenyaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Qajelcha Waliigalaa Humna Galaanaa daawwataniiru.

Ajajaa Ittaanaa Humna Galaanaa Riir Adimiiraal Naasir Abbaa Diggaa fi qondaaltonni olaanoo mana hojichaa miseensota korichaa simataniiru.

Riir Adimiiraal Naasir Abbaa Diggaa wayita daawwannichaatti, Humni Galaanaa Itiyoopjhiyaa jijjiiramaa biyyaalessaa hordofee bifa ammayyaa’aan hundaa’uu ibsan.

Yeroo ammaas dandeetti humna namaa fi ijaarsa bu’uuraalee misoomaan gurmaa’uun hojiilee milkaa’oo hojjechaa jiraachuu ibsuu TOI gabaaseera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.