Fana: At a Speed of Life!

Miseensonni hawaasa dippiloomatiiki agarsiisa sabaa fi sablammoota Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti qophaa’ee daawwataa jiru

Finfinnee, Sadaasa 26, 2013 (FBC)- Miseensonni hawaasa dipploomatiiki Finfinnee jiran agarsiisa guyyaa Sabaafi Sablammootaa sababeeffachuun Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti qophaa’e daawwachaa jiru.
Manni Maree Federeeshiinii sagantaa mata duree ‘kottaa Ityoophiyaa waltajjii tokkon haa daawwannuu’ jedhuuun qopheesserratti dippiloomatonni adda addaa agarsiisa Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti qophaa’ee daawwachaa jiru.
Daawwannaa kanarrattis Itti aantuun Af yaa’ii mana maree Federeshiinii aadde Itsagannaat Mangistuu fi Dubbii Himaa Ministira Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaadar Diinaa Muuftii dabalatee hoggantoonni olaanoon argamaniiru.
Agarsiisa qophaa’e kanas qaamoleen garaagaraa daawwachaa jiru.
Akka biyyaatti guyyaan sabaa fi sablammootaa 15ffaan mata duree ‘walqixxummaa fi tokkummaa sabdaneessaa badhaadhinaa waloof’ jedhuun kabajamaa jira.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.