Fana: At a Speed of Life!

Miseensonni Caffee bara hojii isaanii xumuran gaggeeffaman

Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) – Miseensota Caffee Oromiyaa mana maree 5ffaa waggaa 1ffaa hanga waggaa 4ffaatti tajaajila turaniif gaggeessan taasiifameera.
Qindeessitoota godinaalee, miseensoota Caffee bara hojii 1ffaa hanga 4ffaa tajaajiilan,Miseensoota koree dhaabbii,hoggansa waajjira Caffee, Afa yaa’ii Caffee addee Loomii Badhoof waraqaan ragaa kennameera.
Daagmaawii Deeksiisaatu gabaase.
Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.