Fana: At a Speed of Life!

Miseensonni boordichaa Qajeelcha ajaja waliigalaa labsii yeroo ariifachiisaa waliin mari’atan

Finfinnee, Fulbaana 2, 2016 (FBC) – Miseensonni Boordii Qorannoo Raawwii labsii yeroo ariifachiisaa hoggantoota Qajeelcha Ajaja Waliigalaa Labsii Yeroo Ariifachiisaa waliin mari’ataniiru.

Miseensonni boordichaa namoota Shawaa Roobiit, Goondar, Kombolchaa fi Bahirdaaritti yakkaan shakkamuun Qajeelcha Ajaja Waliigalaa labsii yeroo ariifachiisaan to’annoo jala jiran erga daawwatanii booda yaada shakkamtoonni kunneen kaasanirratti ajajoota qajeelchichaa waliin mari’ataniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.